2 Corinthians 12:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani namoota gara keessan erge keessaa, karaa nama tokkochaatille'een woyi isin irraa nyaadheera ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akamiini? Anini nama tokole isaniti erge karaa suniini isani dabse?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akkamiin nama isanitti ergee karaa suniin isan dabse?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa namoota gara keessan ergeetiin isin sobee?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa namoota gara keessan ergeetiin isin sobee?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Karama namoota isinii erge tokkootiinuu isinitti fayyadamee jiraa ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani namoota gara keessan erge keessaa, karaa nama tokkochaatille'een woy isin irraa nyaadheera ree?