2 Corinthians 12:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ifii ammoo nami kun gara addee gammadaa akka fudhatame hin beeka; teetuu malee nafaan te'uu yookiin te'uu dhabuu ani hin beeku; Waaqi hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ammalle iti deebie jed'a, Anini aka nama kana gara Waaqaa gubbati olfuud'ani imbeekha (ammalle, wonti kunini d'uguma taatule anini imbeekhu, wonti sunini daayya taatule imbeekhu Waaqa ch'allati beekha),
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ammallee itti deebi'eetti jedhaa, akka nama kana garaa Waaqaa gubbaatti olfuudhan inbeeka (ammallee, wantii kunin dhuguma taatuullee yokaan daayyaa taatuullee anin hinbeekuu, Waaqaatti beeka),
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ufii ammo namni kun gara hulee jeennataa akka ol fudhatame hin beeka; Haa ta'uu ammo fooniin ta'uu yookaan ta'uu dhabuu hin beeku. Rabbi garuu hin beeka.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ufii ammoo namni kun gara hulee jeennataa akka ol fudhatame hin beeka; Haata'uu ammoo, fooniin ta'uu yookiin ta'uu dhabuu hin beeku. Rabbi hin beeka.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu naminni kun gara jaayinataa akka fudhatame ni beeka, garuu foon isaa woliin haa ta'uu yookiin hin ta'inii hin beeku, Waaqinni ni beeka,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifii ammoo nami kun gara addee gammadaa akka fudhatame hin beeka; teetuu malee nafaan te'uu yookiin te'uu dhabuu ani hin beeku; Waaqi hin beeka.