2 Corinthians 12:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni ana rakkisu kun, akka ana lakkittu yennaa sad gara Gootta'aa daadimadhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro sadi anini waan kana Waaqa kad'ad'e, Nara fuud'i jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan kana marroo sadii Waaqaa kadhadhee, “Nara fuudhi” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf wonti kun akka na irraa ka'uuf hennaa sadihii Gooftaa kadhadhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf wonti kun akka na irraa ka'uuf hennaa sadihii Gooftaa kadhadhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun wonitti ana makkaraarssu ana irraa akka dhabamisiifamu'uuf, Gooftaa yeroo sadihi ni kadhadheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni na rakkisu kun, akka na lakkittu yennaa sad gara Gootta'aa daadimadhe.