2 Corinthians 13:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gara keessan dhufiis kiyya kun yennaa sadeesso'oo ti; akkuma Barreeffam Woyyichi jedhu, “Himannaan marti dhugaa baatota lamaan yookin sadiin mirkanootti”.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Marooni sadeeso ta anini imaltu gara keesani d'ufu tana. Kajellaani ch'ufti d'uga lama sadi qabaachu malte, akuma t'aafiini jettu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roon sadeessoo ta anin imaltuu gara keessan dhufu tana. Kajellaan cuftii dhugaa lamaa sadii qabaachuu malte, akkuma barreessin jettuu Kajeellaan cuftii dhugaa lamaa sadii qabaachuu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara keessan dhufuun kiyya kun hennaa sadeesso'ooti; «Wonti maruu ragaa lamaa fi sadihiin mirkanaaya»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara keessan dhufuun kiyya kun hennaa sadaffa'aati. «Wonti maruu ragaa lamaa fi sadihiin mirkanaaya»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa gara keessan yoo dhufu kun sadaffaa kiyya, yoomuu wonitti marrinuu ka mirkanaayu ragaa lamaan yookiin sadi'hiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara keessan dhufiis kiyya kun yennaa sadeesso'oo ti; akkuma Barreeffam Woyyichi jedhu, «Himannaan marti dhugaa baatota lamaan yookiin sadiin mirkanootti».