2 Corinthians 13:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Yoona nageyaan tee'a'a; leetoo teessan sirreeffadha'a; gorsa kiyya dhage'a'a; wolii gala'a; nageyaan le'a'a; Waaqi jaalalaatii fi nageyaa isin woliin hin jiraata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma, oboleyaani tiyya nagayati! Waan qit'ooma barbaada; waan inni jed'u ch'aqasa; wold'aqa, nagayaani woliini taa. Yoosi Waaqi nagayaatiifi ka jaalala isani woliini taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyaan tiyya amma nagayaatti! Waan qixxoomaa barbaadaa; waan innii jedhu caqasaa; waldhaqaa, nagayaan waliin taa'a. Yoos Waaqii nagayaatii fi ka jaalalaa isan waliin taa'aa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hafeen obboleewwan tiyya! nagayaan taa'aa'a. Guutuu ta'aa'a; gorsa kiyya dhagayaa'a; yaada tokko ta'aa'a; nagayaan jiraadhaa'a; Waandhi jaalalaatii fi nagayaa isin woliin ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan hafeen obboloota tiyya nagayaan taa'aa'a. Guutuu ta'aa'a; gorsa kiyya dhagayaa'a; yaada tokko ta'aa'a; nagayaan jiraadhaa'a; Waandhi jaalalaatii fi nagayaa isin woliin ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan hafeen yaa obboleeyyan! Nagayaan ta'aa! Akkaataa jireenna keessan sirreeffadhaa, gorssa kiyya horddofaa, ufii keessan woliigalaa, nagayaan jiraadhaa, Waaqinni jaalala fi nagayaa isin woliin ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Yoona nageyaan tee'a'a; leetoo teessan sirreeffadha'a; gorsa kiyya dhage'a'a; wolii gala'a; nageyaan le'a'a; Waaqi jaalalaatii fi nageyaa isin woliin hin jiraata.