2 Corinthians 13:3 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ka ana keessa jiraatee dubbatu Kiristoos akka te'e mirkaneeffatiisaaf barbaaddan; ka isin keessatti mudhatulle hunna isaati malee, dadhabbii isaatii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja suni aka Kristoni afaani kiyyaani dubbatu inargitani. Yo inni woi isani tolchu inni laafaaniti, ammo jabeenna ufi agarsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sun akka Kiristoon afaan kiyyaan dubbatu inargitan. Innii yo wa isan tolchuu laafinaanitii, jabeenna ufi agarsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun wonti ta'uuf Kiristoos akka na keessaan dubbatu waan ragaa barbaaddaniif. Inni isin jiddu'utti jaba'a malee dadhabaa waan hin turreef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin ana keessa bulee ka dubbatu Kristosiin ta'uu isaa mirkaneesu'uuf ni barbaaddan, isin biratti ka muldhatu'llee huminna isaati malee, dadhabbii isaatiinii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ka ana keessa jiraatee dubbatu Kiristoos akka te'e mirkaneeffatiisaaf barbaaddan; ka isin keessatti mudhatulle hunna isaa ti malee, dadhabbii isaatii moti.