2 Corinthians 13:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni fannooo gubba'atti fannifamee ka du'e dadhabbi'iin te'ulle, amma hunna Waaqaatiin jiru'uun le'a; nuutille isa woliin dadhaboolee teeneerra; tokkummaa isin woliin qannuun ammoo, isa woliin hunna Waaqaatiin leena.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato laafinnaani maskali gubbati isa ijeesanile, jabeenna Waaqaatiini amma jira. Nuleeni isa keesa lalaafo; ammo jabeenna Waaqa ka gara keesani jiruuni isa woliini teenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo laafinnaan fannoo gubbaatti isa ijjeesaniillee, amma jabeenna Waaqaatiin jira. Nulleen karaa isaa gulaan lallaafoo; ammoo jabeenna Waaqaa ka gara keessan jiruun isa waliin teenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dadhabbi'iin fannifameera. Haa ta'uu ammo hunna Rabbiitiin jireennaan jiraata. Nullee akkasumaa isa woliin waan dadhabneef. Haa ta'uu ammo waan isinii ta'een hunna Rabbiitiin isa woliin jireennaan jiraanna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dadhabbi'iin fannifameera. Haata'uu ammoo, hunna Rabbiitiin jireennaan jiraata. Nullee akkasumaa isa woliin waan dadhabneef. Haata'uu ammoo waan isinii ta'een hunna Rabbiitiin isa woliin jireennaan jiraanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni fannoo irratti fannifamee ka du'e dadhabaa ta'uu isaatiin yoo ta'e'llee, amma huminna Waaqaatiin lubbu'uun ni jiraata, nu'llee isa woliin dadhabddoota taanee jirra, wolitti dhufeenna isin woliin qabnnuun garuu isa woliin, huminna Waaqaatiin ni jiraanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni fannoo gubba'atti fannifamee ka du'e dadhabbi'iin te'ulle, amma hunna Waaqaatiin jiru'uun le'a; nuutille isa woliin dadhaboolee teeneerra; tokkummaa isin woliin qannuun ammoo, isa woliin hunna Waaqaatiin leena.