2 Corinthians 13:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugeeffanna'aan akka jirtanu beekiisaaf ifi qorqora'a; haga ifi ilaala'a; Yesuus Kiristoos akka isin keessa jiru hin hubannee? Yoo akkas hin te'in haga ilaallatamaan jiddaneertan jechu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ufi ilaala, ufi qora, aka, d'ugefacha keesa teetani ufi agartani. Isani aka Kristo Yesoni isani keesa jiru beetu? Yo isani ufi injibaatiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ufi laalaa, ufi qoraa, akka, dhugeeffachaa keessa teettanii ufi agartan. Isan akka Kiristoo Yesus isan keessa jiru beettuu? Yo isan ufi hinjibaatiin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin amanti'iin jiraatu'uu fi jiraatuu dhabuu keessan uf gora'aa uf laalaa'a; maal laataa yoo ka dandeettii hin qabne waan isinitti fakkaate, Yesuus Kiristoos isin keessa akka jiru hin beettanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin amanta'aan jiraatu'uuf, jiraatuu dhabuu keessan uf qora'aa uf laalaa'a; maal laataa yoo ka gayumsa hin qabne waan isinitti fakkaate, Yesuus Kiristoos isin keessa akka jiru hin beettanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amantii keessaniin ka jabaattan ta'uu keessan mirkaneessu'uuf mataa keessan qoradhaa, mataa keessan qormaataa, Yesus Kristos isin keessa jiraachuu isaa hin hubanne moo? Kana ta'uu yoo dhabeete qormaataan kufttanii jirttan jechu'u,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugeeffanna'aan akka jirtanu beekiisaaf ifi qorqora'a; haga ifi ilaala'a; Yesuus Kiristoos akka isin keessa jiru hin hubannee? Yoo akkas hin te'in haga ilaallatamaan jiddaneertan jechu'u.