2 Corinthians 13:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan hantuu akka isin hin hunye, gara Waaqa daadimanna; wonni daadimannuufille nuuti haga ilaalcha taruu dhannee yoo dhagganne, isin yennaa maraa waan dansaa akka gootanuuf malee, haga ilaalcha tariisa keenna mudhisiisaafii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu Waaqa kad'anna, aka isani daba keesa inseenne — aka nu waan dansa hojanne dabsanne agarsiiftuuniti, ammo aka isani waan qajeela tolchitani, ato nu nama ufi jibbaate fakaannele.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu akka isan daba keessa hinseenne Waaqaa kadhannaa akka nu waan dansaa hojjannee dabsannee agarsiiftuuniti, ammoo akka isan waan qajeelaa tolchitan, adoo nu nama ufi jibbaate fakkaanneelle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka waan hamaa hin goone Rabbiin isinii kadhanna; Nu worra dandeettii qabu taanee mudhatu'uufii miti. Haa ta'uu ammo nu hagamillee yoo worra dandeettii hin qabne taane, isin hennaa maraa waan mishaa akka gootaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan hamaa akka hin goone, Rabbiin isinii kadhanna; Nu worra gayumsa qabu taanee mudhatu'uufii miti. Haata'uu ammoo nu hagamillee yoo worra gayumsa hin qabne taane, isin hennaa maraa waan mishaa akka gootaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan hamaa akka hin raawwanneef gara Waaqaa ni kadhanna, ka kadhannu'llee yoma nu'llee worra gayeessota taanee uduu hin muldhatin yoo hafinne'llee, isin yeroo maraa waan mishaa ta'e akka raawwattaniif malee, nu'u gayuumissa keenna muldhisu'uufii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan hantuu akka isin hin hunye, gara Waaqa daadimanna; wonni daadimannuufille nuuti haga ilaalcha taruu dhannee yoo dhagganne, isin yennaa maraa waan dansaa akka gootanuuf malee, haga ilaalcha tariisa keenna mudhisiisaafii moti.