2 Corinthians 13:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti dhuga'aaf hunya malee, waan dhuga'aan mormu tokkolle hujiisaaf hin dandeennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu dandeenne d'uga Waaqa iyakinu, ammo inhojannaafi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu inhojanaaf malee dandeennee dhugaa Waaqaa hin yakkinu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu dhuga'aaf hojjanna malee dhugaa irratti mormii hin qabnu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu dhuga'aaf hojjanna malee, dhugaa irratti mormii hin qabnu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u waan dhuga'aatiif hojjanna malee, duddagala dhuga'aa ka ta'e womaayyuu hin hojjannu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti dhuga'aaf hunya malee, waan dhuga'aan mormu tokkolle hujiisaaf hin dandeennu.