2 Corinthians 13:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti dadhaboolee teenee, isin ammoo jajjaba yennaa teetanu hin gammanna; nuuti akka isin mijuu teetanu daadimanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu hojja laamne ammo isani jabaattani ingammanna. Tanaafi nu Waaqa kad'anna, aka isani qit'e taatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu yo ufii laamnee ammoo isan jabaattan ingammanna. Tanaaf nu akka isan qixxee taatan Waaqaa kadhanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu dadhabnee, isin hennaa jabaa taatan waan gammanneef. Isin guutuu akka taatan, kanaafillee akkasuma Rabbiin kadhatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu dadhabnee, isin jabaa hennaa taatan waan gammanneef. Isin guutuu akka taatan, kanaafillee akkasuma hin faateffanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u dadhabddoota taanee isin garuu jajaboota yoo taatan ni gammanna, kadhannaan keenna akka isin muda maleessota taataniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti dadhaboolee teenee, isin ammoo jajjaba yennaa teetanu hin gammanna; nuuti akka isin mijuu teetanu daadimanna.