2 Corinthians 2:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani deebi'ee isin gaddisiisu'uuf gara keessan akka hin dhunne murteeffadheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini waan kana kutad'e: iti deebie fulla teesani d'ufe isani ilaalefachiisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin waan kana la kutadhee; itti deebi'ee fulaa teessan dhufee isan hinlaaleeffachiisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ani gaddaan gara keessan akka hin dhufne kutadheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo ani gaddaan gara keessan akka hin dhufne kutadheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa akka isin hin gaddisiifneef yaadu'uun laalchaaf gara keessan deebi'ee akka hin dhufinneef, murtii dhugaa ta'e ni taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani deebi'ee isin gaddisiisu'uuf gara keessan akka hin dhunne murteeffadheera.