2 Corinthians 2:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nama isin araarantanuuf, anille hin araaramaaf. Wonni ani namaaf araaramu'uu male yoo jiraatte, sababa keessaniif jedhee fuula Kiristoosii duratti araarameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani nama tokoo araaramtani anileeni ya isaa araarame. Hojja anini namaa araaramu, yo anini d'uguma nama araarame, anini maro teesaniifi araarama fuula Kristo durati,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo isan nama tokkoo araaramtan anilleen isaa ya araarame. Anin yo dhuguma namaa araaramu, marroo tessaniif fuula Kiristoo duraatti araaramaaf,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka isin dhiifamsa gootaniif anille akkasuma dhiifamsa godhaaf; anillee dhiifamsa yoo godheef dhiifamsa ka godheef waan keessaniif afoo Kiristoosiititti dhiifamsa godheeraaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka isin dhiifamsa gootaniif, anille akkasuma dhiifamsa godhaaf, anillee dhiifamsa yoo godheef; dhiifamsa ka godheef waan keessaniif afoo Kiristoosiititti dhiifamsa godheeraaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nama isin dhiifama taasfttaniif ani'llee dhiifama ni taasisaaf, dhiifaminni ani taasisuuf yoo jiraate, ani Kristosiin duranatti dhiifama ka isaa taasisuuf waayee keessaniif jedheeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama isin araarantanuuf, anille hin araaramaaf. Wonni ani namaaf araaramu'uu male yoo jiraatte, sababa keessaniif jedhee fuula Kiristoosii duratti araarameera.