2 Corinthians 2:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Hujii hantuu seexanaa waan beennuuf, akka inni nu hin gowwoonsineef jedhee tana godhaara.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka Sheet'ani nu indabsanne; wonti akanatiifi nu malte isaa imbeenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka Sheexanii nu hindabsanne; wantii akkanaatiif nu maltee isaa inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu yaada isaa waan hin dogoggorreef Seexanaan akka hin sobamne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Seexanaan akka hin sobamne, nu yaada isaa waan hin dogoggorreef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka raawwadhu hujii sheexanaa ka dabaa waan beekinuuf, akka Sheexanni nu hin sobinneef jedheeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujii hantuu seexanaa waan beennuuf, akka inni nu hin gowwoonsineef jedhee tana godhaara.