2 Corinthians 2:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Oduu Gammadaa ta Kiristoosii lallabiisaaf, yennaa ani gara qachaa Xiro'aasii dhaqe, Goottaan balbala tajaajilaa anaaf baneeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka Odu Dansa Kristo odeesu Troani bahe, jennaani aka Aabbooni kara huji naa bane arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin oduu dansaa Kiristoo himuuf Xaro'aas bahee jennaan, akka Aabboon karaa hujii naa bane arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa waan Dubbii Nagayaa Kiristoosiitiif gara Xiro'aada'aa dhufe hujii Rabbiitiif hagamillee balbalti yoo naa baname,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa waan Oduu Nagayaa Kiristoosiitiif gara Xiro'aada'aa dhufe, hujii Rabbiitiif hagamillee balbalti yoo naa baname,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti wongeela Kristosii barsiisu'uuf gara Xiro'aasii yeroo deemutti, Gooftaan balbala baldhaa huji'ii naaf banee ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oduu Gammadaa ta Kiristoosii lallabiisaaf, yennaa ani gara qachaa Xiro'aasii dhaqe, Goottaan balbala tajaajilaa naaf baneeraayyu.