2 Corinthians 2:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti worra fayyuufille te'e, worra baduuf akka dakkara foolee dansaa qadduu teenee, Kiristoosiin worra Waaqaaf dhikaateeru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akasitiifi nu aka urgaa qayya ka Kristoni Waaqaa aarse duuba worra baafamufi ka baduleti aaru fakaanna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkasitiif nu akka urgaa qayyaa ta Kiristoon Waaqaa aarsee, duuba warra baafamuu fi ka baduulleetti aaruu fakkaanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra fayyanii fi worra badan biratti nu Rabbiif urgaa Kiristoosii waan taaneef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra fayyanii fi worra badan biratti nu Rabbiif urgaa Kiristoosii waan taaneef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u worra fayyaniif'llee ta'ee worra badaniif akka ixaana foolii mishaa qabuu titti, Kristosiin Waaqaaf ka dhiyaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti worra fayyuufille te'e, worra baduuf akka dakkara foolee dansaa qadduu teenee, Kiristoosiin worra Waaqaaf dhikaateeru.