2 Corinthians 2:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti akka worra Waaqaan ergameetitti tajaajiltoota Kiristoosii teenee, fuula Waaqaa duratti gadhaa qullu'uun dubbanna malee, akka namoota hedduu Jecha Waaqaa bu'a'aaf daldalanuutii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu aka worra dubbi Waaqaatiini daldalu injirru; ammo maro Waaqi nu ergeefi, nu aka nama d'uga dubbanna fuula isaa durati, aka hojattu Kristo.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu akka warra dubbii Waaqaatiin nagaaduu (daldaluu) hinjiru; ammoo marroo Waaqii nu ergeef, akka nama dhugaa, ka hojjataa Kiristoo fuula isaa duraatti dubbanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu akka worra hedduu ka dubbii Rabbii wolitti mammaka'aa gurguratuutii miti. Qajeellummaa san waan hin taaneef; ammo Rabbiin biraa akka ergamne Kiristoosiin keessa taanee Rabbiin afo'otti dubbanna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu akka worra hedduu ka dubbii Rabbii wolitti mammaka'aa gurguratuutii miti. Qajeellummaa san waan hin taaneef; ammoo Rabbiin biraa akka ergamne Kiristoosiin keessa taanee Rabbiin afo'otti dubbanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u dubbii Waaqaa akka worra meeshaa daldalaa gurguranii titti akka baayi'eewwaniitii miti, garuu akka worra Waaqa biraa ergaman akka ergamoota qajeelttotaa, Kristosiin taanee Waaqa duranatti ni dubbanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti akka worra Waaqaan ergameetitti tajaajiltoota Kiristoosii teenee, fuula Waaqaa duratti gadhaa qullu'uun dubbanna malee, akka namoota hedduu Jecha Waaqaa bu'a'aaf daldalanuutii moti.