2 Corinthians 2:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani gara keessan yennaa dhufu, worri na gammachiisu'uu male akka ana hin gaddisiinneef jedhee, akka san isiniif barreesse. Sababille gammadi kiyya gammada keessan maraa akka te'e hin addadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi anini tatabe taani isanii t'aafe, aka yo anini fulla teesani d'ufe, worri sila na gammachiisu na ilaalefachiimne. Anini imbeekha, aka yo anini gammada qabaad'e isanileeni gammada argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatif anin ergaa tana isanii barreesse, akka yo anin fulaa teessan dhufe, warrii silaa na gammachiisu na hinlaaleffachiimne. Anin akka yo anin gammada qabaadhe isaniilleen gammada argattan inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti akkasitti isinii barreesseef hennaa gara keessan dhufe worri na gammachiisuun isaan barbaachisu akka na hin gaddisiifneef jedhee gammachuun kiyya gammachuu isin maraati jedhee isin maraa waan hedadheef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti akkasitti isinii barreesseef gara keessan hennaa dhufe worri na gammachiisuun isaan barbaachisu akka na hin gaddisiifneef jedhee, gammachuun kiyya gammachuu isin maraati jedhee isin maraa waan hedadheef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkasitti ka isiniif barreesse gara keessan yoo dhufutti, namoota gammachiisuu qaban, akka ana hin gaddisiifnneef jedheeti, gammachuun kiyya gammachuu keessan maraa ta'uu isaa ni amana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara keessan yennaa dhufu, worri na gammachiisu'uu male akka na hin gaddisiinneef jedhee, akka san isiniif barreesse. Sababille gammadi kiyya gammada keessan maraa akka te'e hin addadha.