2 Corinthians 2:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gadda gudda'aan, gadhaa laalatee fi imimmaan hedduu buusee wonni isiniif barreesse, akka ani guddoo isin jaaladhu akka beettanuuf malee, isin gaddisiisiisaafii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini garaa hamaani tatabe isanii t'aafe, imimaani guddoleeni, aka isani lalefachiisuuniti ammo aka jaalala tiyya guddo isani garsiisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin garaa hamaan imimmaan guddoo buusee, ergaa isanii barreesse, akka isanii laaleffachiisuuf adoo hinta'in ammoo akka jaalala tiyya guddoo isan garsiisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkinna gudda'aa fi dhiphachuu yaadaatiin, imimmaan gudda'aan isinii barreessee waan tureef; kunillee guddisee jaalala isin jaaladhu akka beettaniif malee isin gaddisiisu'uufii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rakkinna gudda'aa fi dhiphachuu yaadaatiin, imimmaan gudda'aan isinii barreessee waan tureef, kunillee guddisee jaalala isin jaaladhu akka beettaniif malee, isin gaddisiisu'uufii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gadda gudda'aa fi sarddama onne'eetiin, imimmaan baayi'een'llee ta'ee ka isiniif barreesse, haalaan ka isin jaaladhu ta'uu kiyya akka beekittaniif jedheeti malee, isin gaddisiisu'uuf jedheetii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadda gudda'aan, gadhaa laalatee fi imimmaan hedduu buusee wonni isiniif barreesse, akka ani guddoo isin jaaladhu akka beettanuuf malee, isin gaddisiisiisaafii moti.