2 Corinthians 2:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nama akkasii kana, adabbiin isin hedduun adaddane hin geetti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki isani nami hedduuni nama kana akana gaargalchitani ingeeti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkii isan namii hedduun nama kana akkana gaargalchitan ingeetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama akkana jiru, ka isin hedduun keessan adabdaniin adabbiin kun hin gayaan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama akkana jiru, ka isin hedduun keessan adabbiin isin adabdan kun hin gayaani.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nama akkanaa kanaaf isin keessaa adabbiin baayi'eewwan itti murteessan ni gayaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama akkasii kana, adabbiin isin hedduun adaddane hin geetti.