2 Corinthians 2:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani haga isin ilaalee, waan maraan ka ajajantanu te'iisa keessan beekiisaaf isiniif barreesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi anini tatabe taani isaniti t'aafe: aka isani ilaalad'e, ammalle aka isani barsiisa tiyya gula yaatani hubachu fed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif anin ergaa taan isanitti barreessee, isan laalladhee, ammallee akka isan barsiisaa tiyya gula yaatan hubachuu fedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti isinii barreesseef qormaata isin irra gaye akka injifattanii fi waa maraanuu worra ajajamu akka taatan beeku'uuf ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf akkasuma waan barreessee tureef, waa maraanuu worra ajajamu akka taatan qoree beeku'uuf isinii barreesse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergaa san'llee isiniif ka barreesse qormaatamittanii waan maraanuu ajajamittoota ta'uu keessan, hubachu'uuf jedheeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani haga isin ilaalee, waan maraan ka ajajantanu te'iisa keessan beekiisaaf isiniif barreesse.