2 Corinthians 3:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ammalle ifi saaduu jalqabaarraa? Yookiin akkuma worri gariin godhu xalayaa deeggarsaa gara keessan fidatuu yookiin isin irraa fudhatuu nu barbaachisaa ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan ufi guddisu jirru fakaanna? Yokhaani aka biyya gari tatabe ufiini beesimnu isaniti d'umne yokhaani isani ira fud'achu malle?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu waan ufi guddisu jirru fakaannaa? Yokhaan akka biyya garii ergaa ufiin beesimnu isaniitiin dhumnee? Yokaan isan irraa fudhachuu mallee?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deebinee ufumaa uf galatoonfachuu jalqabnaa? Mo'o akka kaawwanii dhaamsa galatooma'aa gara keessanii yookaan isin biraa nu barbaachisa ta'a?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Deebinee ufumaa mataa keenna galateeffachuu jalqabnaa? Mo'o akka kaawwanii dhaamsa galatooma'aa gara keessanii yookiin isin biraa nu barbaachisa ta'aa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebinee mataa keenna galateeffachuu jala ni qabnna ree? Yookiin tokko tokko akka raawwatanitti isiniif isin irraa xalayaa garggaarsaa nu barbaachisa ta'inna laata?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ammalle ifi saaduu jalqabaarraa? Yookiin akkuma worri gariin godhu xalayaa deeggarsaa gara keessan fidatuu yookiin isin irraa fudhatuu nu barbaachisaa ree?