2 Corinthians 3:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ulfinni duuba irraa ka akka malee caalu waan te'eef, ulfinni dur tare akka woyi hin qanneetitti laakkowama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan kana maro guddinna gudda amma jiruufi jenna, guddinni duri jiru amma injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu waan kana marroo guddinna guddaa amma jiruutiif jenna, guddinnii durii jiru amma hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti duraan ulfinnaa sun ka ulfinnaan isa caaluu biratti yoo laallame ulfinna waan dhabeef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti duraan ulfinnaa sun ka ulfinaan isa caaluu biratti yoo laallame; ulfinna waan dhabeef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ulfinni maa'ii irraa haalaan ol aanaa ta'uu irraa ka hafe'een, ulfinni dabrre womaayyuu akka hin qabaannetti ni lakkaayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinni duuba irraa ka akka malee caalu waan te'eef, ulfinni dur tare akka woy hin qanneetitti laakkowama.