2 Corinthians 3:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni caararrowaa deentuuyyuu ulfinna haganaa ka qaddu eega teete, wonni haga bara baraa jiraatu ammoo ulfinna akka malee caalu attam hin qabaanne ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo guddinni waan haguma diqa toko taa keesa jiraate, waan haga hegeri taa hagasi ira keesa jira!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guddinnii yo waan haguma diqqaa tokko taahaa keessa jiraatee, waan haga hegerii taahaa hagasi irra keessa jira!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka diiggamu'uuf ture sun ulfinnaan yoo ta'e, ka bara baraan jiraatu ammo ulfinna guddisee caaluun waan ta'eeruuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sun ka diiggamu'uuf ture ulfinnaan yoo ta'e, ka bara baraan jiraatu ammoo ulfinna guddisee caaluun waan ta'eeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka dimimisi'aa ni deema ture sun ulfinna hagana mara gayu ni qaba eega ture, bara baraaf jabaatee wonitti jiraatu hoo, attamitti haalaan caala'atti ulfinna hin qabaanne!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni caararrowaa deentuuyyuu ulfinna haganaa ka qaddu eega teete, wonni haga bara baraa jiraatu ammoo ulfinna akka malee caalu attam hin qabaanne ree?