2 Corinthians 3:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Haga adhaalle yennaa isaan kitaaba Seera Muuse'ee dubbisanu mara, qalbiin isaanii golla'aan gollanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga arrale yo worri Seera Musa soomu hagogooni qalbuma worra gubba teeti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga arraallee yo warrii Seera Muusee dubbisu hagooggoon qalbuma warraa gubbaa teetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo haga adhaa hennaa kitaabbileen Muuse'ee dubbifaman maraa golgaan sun garaa isaanii keessa hin jiraata, hennaa gara Goofta'aa garagale ammo golgi maruu hin ka'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo haga adhaa kitaabbileen Muuse'ee hennaa dubbifaman maraa golgaan sun garaa isaanii keessa hin jiraata, hennaa gara Goofta'aa garagale ammo golgi maruu hin ka'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yoma adha'llee ta'e kitaabban seeraa akkuma dubbisaniin onneen isaanii haguuggi'iin ni haguuggama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga adhaalle yennaa isaan kitaaba Seera Muuse'ee dubbisanu mara, qalbiin isaanii golla'aan gollanti.