2 Corinthians 3:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo yennaa nami gara Gootta'aa deebi'u gollaan hin baddi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo daandaani iraa fuud'ani, akuma t'aafiini jettu, Musani Aabbooti deebinaani hagogo iraa fuud'ani jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo dandaanii irraa hinfuudhan; barreessiin qulquulloon, “Muuseen gara Aabboo deebinaan hagooggoo irraa fuudhan” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan Ayyaana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan Ayyaana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu naminni gara Goofta'aa yeroo deebi'u, «Haguuggiin isaa ni dhabamisiifama.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo yennaa nami gara Gootta'aa deebi'u gollaan hin baddi.