2 Corinthians 3:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Xalayaan keenna ka akka nami duudiin beekuu fi dubbisuuf gadhaa keenna keessatti barreeffameeru isinuma.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tatabeeni teenna isani, ta garaa keenna keesati t'aafani, aka nami ch'ufti soome baratu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergaan teenna, ta akka namii cuftii dubbisee baratu garaa keenna keessaatti barreessan isan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worra namoonni maruu beekanii fi dubbisan dhaamsi garaa keenna keessatti barreeffame isin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin worra namoonni maruu beekaniif dubbisan dhaamsi garaa keenna keessatti barreeffame isin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni marrinuu ka isin beekuu fi ka isin dubbisu onnee keennatti ka barreeffamittan, xalayaawwan keenna ka irkisaa isin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xalayaan keenna ka akka nami duudiin beekuu fi dubbisuuf gadhaa keenna keessatti barreeffameeru isinuma.