2 Corinthians 3:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti karaa Kiristoosiitiin Waaqatti addii waan qannuuf tana jenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nu waan kana jennuufi maro d'uga Waaqa Kristo keesa qamnuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii nu waan kana jennuuf marroo dhugaa Waaqaa Kiristoo keessaa qamnuuf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa Kiristoosiitiin Rabbiin irratti amantii akkanaa kana qabna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa Kiristoosiitiin Rabbiin irratti amantii akkanaa kana qabna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee waayeen jennuuf karaa Kristositiin Waaqaa irratti amantii waan qabnnuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti karaa Kiristoosiitiin Waaqatti addii waan qannuuf tana jenna.