2 Corinthians 3:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti dandeettii teennaan tana goona waan jennu takkaalle hin qannu; dandeettiin teenna Waaqa irraa dhutti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nu keesa jira, ta aka nu waan kana tolchu dandeennu agarsiiftu injirtu. Jabeenni nu qamnu fulla Waaqati d'ufa:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii nu keessa jiraa, ta akka nu waan kana tolchuu dandeennu agarsiiftu hinjirtu. Jabeennii nu qamnu fulaa Waaqatii dhufa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gawumsi keenna Rabbiin irraa malee akka waan harka keennaan ta'ee waan tokkollee yaadu'uuf nu gaya'aa miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gawumsi keenna Rabbiin irraa malee akka waan harka keennaan ta'ee waan tokkollee yaadu'uuf nu gaya'aa miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajila keenna raawwachu'uuf akka dandeennu gayaa ka nu taasisu Waaqaa malee, nu mataa keennatti womaayyuu raawwachu'uuf, gaya'aa miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti dandeettii teennaan tana goona waan jennu takkaalle hin qannu; dandeettiin teenna Waaqa irraa dhutti.