2 Corinthians 3:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
tajaajilli karaa Ayyaana Woyyichaatiin dhaggamu ulfinna kana caalu attam hin qabaanne ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
guddinni Lubbuuni d'uftuuni, hagasi ira jira!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
guddinnii hafuuraan dhufuu, hagas irra jira!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tajaajilli Ayyaana Woyyu'uun argamu kun ulfinna kana caaluun attamitti hin taane ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tajaajilli Ayyaana Woyyu'uun argamu kun ulfinna kana caaluun attamitti hin taane ree?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
eegaa, karaa Hafuura Qulqullu'uutiin tajaajilli argamu ulfinna caalaa ta'e hin qabaatuu ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
tajaajilli karaa Ayyaana Woyyichaatiin dhaggamu ulfinna kana caalu attam hin qabaanne ree?