2 Corinthians 4:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi marartii ifiitiin tajaajila kana waan nu'uu kenneef addii hin kutannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro naasu ufitiifi Waaqi ya huji tana nuu kenne, tanaafi nu ufi injibaannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo naasu ufitiif Waaqii ya hujii tana nuu kennee, tanaaf nu ufi hinjibbaannu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf haga araara nuu kennameetitti tajaajila kana waan qabnuuf hin dadhabnu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa kanaaf haga araara nuu keennameetitti tajaajila kana waan qabnuuf hin dadhabnu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni dhiifama isaatiin tajaajila kana waan nuuf kenneef abddii hin kutannu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi marartii ifiitiin tajaajila kana waan nu'uu kenneef addii hin kutannu.