2 Corinthians 4:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jiruun Yesuusii nafa keenna irratti akka mudhatu, yennaa duudii du'a isaa nafa keenna irratti ba'annee deddeenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ch'ufa nafa keenna gubbati duisa Yeso baana, aka jireenni isaa nafa keenna keesati mullatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka jireennii Yesus nafa keenna keessaatti mullatu yo cufa nafa keenna gubbaatti du'a isaa baannee deemna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jireenni Yesuusii akkasuma foon keenna irratti akka mudhatuuf hennaa maraa du'uu Yesuusii nafa keenna irratti baadhannee deddeemna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jireenni Yesuusiillee akkasuma foon keenna irratti akka mudhatuuf hennaa maraa du'u Yesuusii nafa keenna irratti baadhannee deddeemna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
jireenni Yesusii qaama keenna irratti akka muldhatu du'a Yesusiin irra gaye, qaama keenna irratti'llee yeroo mara, baannee ni naannofnna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jiruun Yesuusii nafa keenna irratti akka mudhatu, yennaa duudii du'a isaa nafa keenna irratti ba'annee deddeenna.