2 Corinthians 4:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi ka Goottaa Yesuus du'aa kaase, nu'ulle Yesuus woliin akka kaasuu fi isin wolille'een ifi duratti akka dhikeessu hin beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu imbeenna aka Waaqi ka Aabbo Yeso duisa keesaa kaase, Yeso woliini nule duisa keesaa kaase isani woliini fuula ufi duraani nu d'ufu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu akka Waaqii ka Aabboo Yesus du'a keessaa kaase, Yesus waliin nullee du'a keessaa kaase isan waliin fuula ufii duraan nu dhufe inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Gooftaa Yesuusiin du'aa kaase nullee akkasuma Yesuusiin woliin akka du'aa nu kaasu isin woliinillee akka nu dhiyeessu hin beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka Gooftaa Yesuusiin du'aa kaase nullee akkasuma Yesuusiin woliin akka du'aa nu kaasu isin woliinillee akka nu dhiyeessu hin beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaa Yesusiin Waaqinni du'aa kaaseen nu'llee Yesusiin woliin akka nu kaasuu fi isiniin woliin'llee, fuundura isaa titti akka nu dhiyeessu ni beekinna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ka Goottaa Yesuus du'aa kaase, nu'ulle Yesuus woliin akka kaasuu fi isin wolille'een ifi duratti akka dhikeessu hin beenna.