2 Corinthians 4:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma badhaadhi Waaqaa irra caalaa fakkanaa worra hedduu dhaqqabaa deemuun, worri ulfinna Waaqaatiif galata dhikeessu akka heddatuuf tun duudiin isiniif teete.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini ch'ufti maro teesaniifi taate; duuba akuma eebiti Waaqa nama heddu geetuuni, nami galata Waaqaa deebisa, aka maqa Waaqa guddisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii kunin cuftii marroo teessaniif taate; duuba akkuma eebbitii Waaqaa nama hedduu geettuun, namii akka maqaa Waaqaa guddisu galata Waaqaa deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa namoota hedduutiin badhaadha irraa hafaa; ulfinna Rabbiitiif galata akka guddisu maruu waan keessaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa namoota hedduutiin badhaadha irraa hafaa; ulfinna Rabbiitiif galata akka guddisu maruu waan keessaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun marrinuu faayiddaa keessaniif ka ta'e kennaan isaa ka bilisaa ka irraa hafee haguma namoota baayi'eef gayeetiin, galanni ulfinna Waaqaatiif ta'u akka baayi'atuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma badhaadhi Waaqaa irra caalaa fakkanaa worra hedduu dhaqqabaa deemuun, worri ulfinna Waaqaatiif galata dhikeessu akka heddatuuf tun duudiin isiniif teete.