2 Corinthians 4:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf addii hin kutannu. Nafi keenna ka gubba'aa dulloomaa dadhabaa jiraatulle, nafi keenna ka keessaa guyyuma guyya'aan hin haareffama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi nu garaa ilaamnu. Ato nafi keenna guyya ch'ufa shamele, garaani keenna guyya ch'ufa haraa taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif nu garaa hinlaamnu; adoo nafii keenna guyyaa cufa shameellee, garaan keenna guyyaa cufa haaraa taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu hin dadhabnu; haa ta'uu ammo nafti keenna ka gubba'aa yoo badellee nafti keenna ka keessaa guyyama guyya'aan haarawooma.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu hin dadhabnu; haata'uu ammoo nafti keenna ka gubba'aa yoo badellee nafti keenna ka keessaa guyyama guyya'aan haarawooma.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf abddii hin kutannu, yoma qaaminni keenna ka duubaa bade'llee, qaaminni keenna ka keessaa guyyama guyya'aan ni haareffama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf addii hin kutannu. Nafi keenna ka gubba'aa dulloomaa dadhabaa jiraatulle, nafi keenna ka keessaa guyyuma guyya'aan hin haareffama.