2 Corinthians 4:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti waan dhossa'aa fi fokkisiisaa te'e lakkinneerra; maltumma'aan hin hunyu; Jecha Waaqaalle hin micciirru; addee akkasii dhugaa ifatti baannee mudhinna; ifille wodanaa nama maraatiif fuula Waaqaa duratti ifa goona.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Huji d'ossatiifi ta ch'eera la lakimne; nama insomnu, dubbi Waaqale ind'aareesinu. D'uga diidati dubbanne aka d'uga qamnu nama ch'ufa agarsiimna, Waaqa duraleeti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hujii dhossaatii fi ta ceeraa la lakkimne; nama hinsomnu, dubbii Waaqaallee hindhaareesinu. Dhugaa diidaatti dubbannee akka dhugaa qamnu Waaqaa duraatti nama cufaa garsiimna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo nu waan dhossa'aatii fi waan nama saalfachiisu ganneerra; dharaan hin deddeebinu. Dubbii Rabbii sobaan wolitti hin mannu. Dhugaa ibsu'uun waan sammuu nama maraatiif tolu Rabbiin afo'otti goona.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammo nu waan dhossa'aatii fi waan nama saalfachiisu ganneerra; dharaan hin deddeebinu. Dubbii Rabbii sobaan wolitti hin hin mannu. Dhugaa ibsu'uun waan sammuu nama maraatiif tolu Rabbiin afo'otti goona.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhoffama'aa fi saalfachiisaa waan ta'e dhabamisiifnnee jira, dabaan'llee hin hojjannu, dubbii Waaqaa'llee hin jijjiirru, irra caalaa dhugaa ifaan ni muldhifnna, mataa keenna'llee sammuu nama maraatiif Waaqa duranatti ifa ni taasfnna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti waan dhossa'aa fi fokkisiisaa te'e lakkinneerra; maltumma'aan hin hunyu; Jecha Waaqaalle hin micciirru; addee akkasii dhugaa ifatti baannee mudhinna; ifille wodanaa nama maraatiif fuula Waaqaa duratti ifa goona.