2 Corinthians 4:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti Yesuus Kiristoos Goottaa akka te'ee fi nuutille marroo isaatiif tajaajiltoota teessan akka teene lallabaarra malee, marroo teennaa moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan keenna odeesuti injirru: ammo aka Yeso Kristoni Aabbo, ammalle aka nu maro teesaniifi tissele isaa taane odeesina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu waan keenna haasahuuttii hinjirruu, ammoo akka Yesus Kiristoon Aabboo, ammallee akka nu marroo teessaniif tisseellee isaa taanee haasuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoos Yesuusiin Gooftaa akka ta'e malee waan ufii waan hin himneef. Waan Yesuusiitiif jennee tajaajilaa keessan taaneerra.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoos Yesuusiin Gooftaa akka ta'e malee, waan ufii waan hin himneef. Waan Yesuusiitiif jennee tajaajilaa keessan taaneerra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u ka barsiifnnu Yesus Kristos Gooftaa ta'uu isaatii fi nu'u mataan keennaa waayee Yesusiitiif tajaajilttoota keessan ta'uu keenna malee, waayee mataa keennaa hin lallabnnu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti Yesuus Kiristoos Goottaa akka te'ee fi nuutille marroo isaatiif tajaajiltoota teessan akka teene lallabaarra malee, marroo teennaa moti.