2 Corinthians 4:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa maraan hin rakkanna, ammoo hin injifatannu; yennaa hedduu waan goonu hin wollaalla, ammoo addii hin kutannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro heddu nu gaargalchani ammo taka nu imach'arsinne; maro gari irinch'ich'ina ammo taka ufi injibaanne;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo hedduu nu gaargalchan; ammoo takka nu hin macarsinne; yo garii inbaqannaa, ammoo takka ufi hinjibaanne;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa maraanuu hin dhiibamna malee hin dhiphannu; hin mamna malee abdii hin kutannu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa maraanuu hin dhiibamna malee, hin dhiphannuu, hin mamna malee, abdii hin kutannu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kallattima maraan rakkinni nurra ni gaya garuu hin injifataminnu, yeroo baayi'ee dubbiin bitaa nutti ni ta'a, garuu abddii hin kutannu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa maraan hin rakkanna, ammoo hin injifatannu; yennaa hedduu waan goonu hin wollaalla, ammoo addii hin kutannu.