2 Corinthians 5:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Goottaa sodaachuun maan akka te'e waan beennuf, worra dhibii hin hubachiinna. Nuuti maan akka teenelle Waaqi hin beeka; isinille gadhaa keessan keessatti nuuti maan akka teene akka beettanu hin addadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu aka Aabbo sodaachu malani imbeenna, tanaafi biyya garsiimna. Waaqi nu beekha, anileeni waan isanileeni guddo na beetani seha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu akka Aabboo sodaachuu malan inbeennaa, tanaaf biyya garsiimna. Waaqii nu beeka, anilleen waan isaniilleen guddoo na beettan seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa sodaa Goofta'aa beennee namoota hubachiifna. Nullee maal akka taane Rabbi hin beeka. Sammuu keessaniinillee akkasuma akka ifa taane abdii godha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa sodaa Goofta'aa beenneeti namoota hubachiifna. Nullee maal akka taane Rabbi hin beeka. Sammuu keessaniinillee akkasuma akka ifa taane abdii godha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaa sodaachuun maal ta'uu isaa waan beekinuuf namoota ni hubachiifnna, nu'u maal ta'uu keenna'llee Waaqinni ni beeka, isin'llee onnee teessanitti maal ta'uu keessan akka beekittan abddii ni taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Goottaa sodaatiis maan akka te'e waan beennuuf, worra dhibii hin hubachiinna. Nuuti maan akka teenelle Waaqi hin beeka; isinille gadhaa keessan keessatti nuuti maan akka teene akka beettanu hin addadha.