2 Corinthians 5:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kiristoos nama duudi'iif akka du'ee fi nami duudiin du'a isaa ka qoodamu akka te'e waan hubanneef, jaalalli isaa nu dirqisiisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalala Kristoni nu jaalatuuti nu mitisa, amma aka nami toko maro nama ch'ufatiifi due imbeenna, akasi jechaani nami ch'ufti ya due jechu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaalala Kiristoon nu jaalatuutti nu qaba, amma akka namii tokko marroo nama cufaatiif du'e inbeenna, akkas jechuun namii cuftii ya du'e jechuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana waan murteeffanneef jaalalli Kiristoosii nu giddisiisa. Tokkochi maraafuu du'e. Eegasuu namni maruu du'aniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana waan murteeffanneef jaalalli Kiristoosii nu giddisiisa. Tokkochi maraafuu du'e. Eegasuu namni maruu du'aniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo tokko Kristos maraafuu du'uu isaatii fi akkuma kana marrinuuu qoodamtoota du'a isaa ta'uu waan hubanneef, jaalalli Kristosii huji'iif nu ni dirqisiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kiristoos nama duudi'iif akka du'ee fi nami duudiin du'a isaa ka qoodamu akka te'e waan hubanneef, jaalalli isaa nu dirqansiisa.