2 Corinthians 5:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre nuuti ammaa achi eennulle'etti fuula ilaallee hin murru. Tanaan qara Kiristoositti akkana gooneelle yoo jiraanne, haganaa achi akkana hin goonu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu armaa achi aada nama gula nama tokole inqorru. Yo duri aada nama gula Kristo qorrele, armaa achi intolchinu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu armaa achii aadaa namaa gula nama tokkollee hinqorru; yo durii aadaa namaa gula Kiristoo qorreellee, armaa achi hintolchinu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ammaa achi eennuttillee fuula laala'aa hin murteessinu; Akki Kiristoosiin itti laalle ija laalcha fooniitiinillee yoo ta'e, ammaa achi haala kanaan hin laallu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu ammaa achi eennuttillee fuula laala'aa hin murteessinu; Akki Kiristoosiin itti laalle ija laalcha fooniitiinillee yoo ta'e, ammaa achi haala kanaan hin laallu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ammaa achitti nu'u nama kamiinuu laalcha isaa ka fooniitiin hin laallu, kanaan durana Kristosiin'llee ka laaleen akka nama kamiituu laalcha fooniitiin yoo ta'e, ufi duranaaf garuu kana hin raawwannu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nuuti ammaa achi eennulle'etti fuula ilaallee hin murru. Tanaan qara Kiristoositti akkana gooneelle yoo jiraanne, haganaa achi akkana hin goonu.