2 Corinthians 5:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf eennulle Kiristoosiin yoo jiraate inni dadaa haareya; dadaan dullattiin tartee, dadaan haaretti dhutteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami Kristoni taka tahe inni uumama haraa: wonti dullatiini ya dabarte, hareetiini ya d'ufte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii yo Kiristoon takkaa tahe, uumama haaraa; wantii dullatiin ya dabartee, haareetiin ya dhufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu eennullee yoo Kiristoosiin keessa ta'e, uumama haarawa; wonti moofaan lufeera. Kunoo maruu haarawa ta'eera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu eennullee Kiristoosiin keessa yoo ta'e, uumama haarawa. Wonti moofaan lufeera. Kunoo maruu haarawa ta'eera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf naminni kum'llee gara worra Kristositii yoo ta'e uumama haarawa, uumaminni moofaan dabrree jira, bakka isaa'llee uumaminni haarofnni bu'ee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf eennulle Kiristoosiin yoo jiraate inni dada haareya; dadi dullattiin tartee, dadi haaretti dhutteerti.