2 Corinthians 5:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tun duudiin Waaqa karaa Kiristoosiitiin ifi woliin nu araarsee fi tajaajila araarsiisaa nu'uu kenneen teete.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana ch'ufa Waaqati nu tolche, ka maro Kristotiifi wolti nu araarse, Beena, nama wolti araarsa nuuni jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana cufaa Waaqaatti nuu tolche, ka marroo Kiristootiif walti nu araarsee, “Beenaa, nama walti araarsaa” nuun jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ta'e maruu Rabbii karaa Kiristoosiitiin ufiin wolitti nu araarsee fi tajaajila araarsu'uullee nuu kenneen;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti ta'e maruu Rabbii karaa Kiristoosiitiin ufiin wolitti nu araarsee fi tajaajila araarsu'uullee nuu kenneen;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun marri'llee ka ta'e nu mataa isaa woliin karaa Kristositiin ka nu araarise tajaajilallee ka nuuf kenne Waaqaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun duudiin Waaqa karaa Kiristoosiitiin ifi woliin nu araarsee fi tajaajila araarsiisaa nu'uu kenneen teete.