2 Corinthians 5:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tunille Waaqi Kiristoosiin kolbaa biyya lafaa duudii ifi woliin araarsiisatti jiraayyu jechu'u; yakkaa namootaalle itti hin laakkonne; nu'ulle'eef jecha namoota Goottaa woliin araarsinu kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aamsi keenna aka Waaqi Kristo keesa nama ufiti araarsu. Waaqi daba worrati int'aamne, ammalle ya d'aamsa nagaya kana harka keennati kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhaamsii keenna akka Waaqii karaa Kiristoo gula nama ufiitti araarsu. Waaqii daba warraatti hinbarreessine, ammallee ya dhaamsa nagayaa kana harka keennaatti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Rabbi Kiristoosiin keessaan adunyaa ufiin wolitti araarsa'aa tureef cubbuu isaaniillee isaanitti hin laakkayu ture; nu keessallee dubbii araaraa kaaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan Rabbi Kiristoosiin keessaan adunyaa ufiin wolitti araarsa'aa tureef. Cubbuu isaaniillee isaanitti hin laakkawu, nu keessallee dubbii araaraa kaaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee Waaqinni karaa Kristositiin namoota biyya lafaa mara mataa isaa woliin ni araarsse jechu'u, balleessaa isaanii'llee isaanitti hin lakkoofnne, nu'uuf'llee nama Goofta'aan woliin ka ittiin araarssinu dubbii isaa nuuf ni kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tunille Waaqi Kiristoosiin kolbaa biyya lafaa duudii ifi woliin araarsiisatti jiraayyu jechu'u; yakkaa namootaalle itti hin laakkonne; nu'ulle'eef jecha namoota Goottaa woliin araarsinu kenne.