2 Corinthians 5:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammaa tana nuuti nafa ol-gubba'aa uffatiisaaf dharra'iisaan aadiisatti jirra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma guddo lalefanna waan worra keenna ka gubba jiru iti galu feenuufi;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma waan warra keenna ka gubbaa jiru itti galuu feenuuf guddoo laaleffanna;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hagasiif ammo waan kana keessatti dhugamaan wixxifanna; mana keenna ka sami'ii san uffachuu dharraana. Dhugamaan yoo uffanne qullaa taanee hin argamnu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan kana keessatti dhugamaan wixxifanna mana keenna ka sami'ii san uffachuu dharraana. Uffannee qullaa hin taanu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qaama sami'ii uffachuu hawwu'uun, ni tataafanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammaa tana nuuti nafa ol-gubba'aa uffatiisaaf dharra'iisaan aadiisatti jirra.