2 Corinthians 5:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi karaa keennaan namoota waan yaamuuf, nuuti bakka bu'oota Kiristoosii ti; tanaaf, “Waaqa woliin araarama'a” jennee maqaa Kiristoosiitiin isin kadhanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kuno, nu teenne maro Kristotiifi dubbanna, aka waan Waaqi afaani keenna tahe isaniti dubbatu: maro Kristotiifi isani kad'anna, Waaqaani wolti araarama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kunoo, nu teenneetti marroo Kiristootiif dubbanna, akka waan Waaqii afaan keenna tahe isanitti dubbatu; marroo Kiristootiif isan kadhannaa, Waaqaan walti araaramaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Rabbi waan karaa keennaan namoota waamuuf nu ergamtoota Kiristoosiiti. Nu kanaaf «Rabbiin araaramaa'a!» jennee maqaa Kiristoosiitiin isin kadhanna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa Rabbi karaa keennaan namoota waan waamuuf nu ergamtoota Kiristoosiiti. Nu kanaaf Rabbiin araaramaa jennee maqaa Kiristoosiitiin isin kadhanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni namoota karaa keennaan waan waamuuf nu bakka bu'oota Kristositi, kanaaf, «Waaqaan woliin araaramaa!» jennee, maqaa Kristositiin isin ni kadhanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi karaa keennaan namoota waan yaamuuf, nuuti bakka bu'oota Kiristoosii ti; tanaaf, «Waaqa woliin araarama'a» jennee maqaa Kiristoosiitiin isin kadhanna.