2 Corinthians 5:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka nuuti worra karaa Kiristoosiin tokkummaa dhugaamettii Waaqaa woliin qoodamu teenu, Waaqi Kiristoosii cubbuu hin qanne, akka cubbuu teenna mara ba'atu godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kristoni daba inqabu, ammo Waaqi maro teennaafi isaa daba tolche aka nu maro Kristotiifi d'uga Waaqa argannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kiristoon cubbuu hinqabuu, Waaqii ammoo marroo teennaaf akka nu karaa isaatiin qajeeluma Waaqaa argannu, isa cubbamaa tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu isa keessa taanee akka Rabbiif qajeelaa taanu; Kiristoosii cubbuu hin qabne akka cubbuu keenna maraa baatu cubbamaa taasiseen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu isa keessa taaneeti Rabbiif qajeelaa akka taanu; Kiristoosii cubbuu hin qabne akka cubbuu keenna maraa baatu cubbamaa taasiseen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u Kristosiin qoodamtoota qulqullaayota Waaqaa akka taanuuf, Waaqinni ka cubbuu hin qabnne Kristosiin, cubbuu keenna akka baadhatu ni taasiseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka nuuti worra karaa Kiristoosiin tokkummaa dhugaamettii Waaqaa woliin qoodamu teenu, Waaqi Kiristoosii cubbuu hin qanne, akka cubbuu teenna mara ba'atu godhe.