2 Corinthians 5:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isa san yennaa uffanne qullaa jiraannee hin dhaggannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akasitiifi yo nu worra suni iti galle nama alati galu imfakaannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
wantii akkasiitiif nu yo warra suniitti gallee nama alaatti galu hinfakkaannu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugamaan yoo ka hin duune uffanne qullaa taanee hin argamnu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhugamaan yoo ka hin duune uffanne qullaa taanee hin argamnu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isa'llee yoo uffannu qullaa keenna taanee hin arggaminnu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa san yennaa uffanne qullaa jiraannee hin dhaggannu.