2 Corinthians 5:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ka jiraannulle dhugeeffanna'aan malee, isa dhaggiisaanii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi jireenni keenna waan d'ugefachaati, waan ilaani arganiiniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif jireennii keenna waan ilaan arganiinitii, waan dhugeeffachaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa nafa fooniitiin jiraannu Gooftaa irraa fooyamnee baqa keessa akka jirru yoo ka beennu ta'e amanamneerra.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa nafa fooniitiin jiraannu Gooftaa irraa fooyamnee baqa keessa akka jirru yoo ka beennu ta'e, amanamneerra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u ka jiraannu'llee Gooftaa amanu'uun malee, isa laalu'uunii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ka jiraannulle dhugeeffanna'aan malee, isa dhaggiisaanii moti.