2 Corinthians 5:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti nafa akka mana keennaa te'e kana irraa adda baanee, Goottaa woliin jiraatiisaaf hin halchina; tanaaf ifi addi'iin leena.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu insodaannu, worra keenna nafa kanaani biraa yaane Aabbo woliini sila tau feena.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu hinsodaannu; warra keenna nafa kanaan biraa yaaneetti Aabboo waliin taa'uu feenaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Keessattuu nafa akka mana keennaa ta'e kana irraa adda baanee baqa keessa jiraata'aa Gooftaa woliin jiraachu'utu nu gammachiisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Keessattuu nafa akka mana keennaa ta'e kana irraa adda baanee baqa keessa jiraata'aa Gooftaa woliin jiraachu'utu nu gammachiisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Asitti akka bakka jireenna keenna ka ta'e foon keenna irraa fooyaminnee Gooftaa woliin ta'uuf ni hawwinaa, kanaaf isin abddii taasfachuun ni jiraanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti nafa akka mana keennaa te'e kana irraa adda baanee, Goottaa woliin jiraatiisaaf hin halchina; tanaaf ifi addi'iin leena.